Blue Joomla Templates

Daawwatoota

mod_vvisit_countermod_vvisit_countermod_vvisit_countermod_vvisit_countermod_vvisit_countermod_vvisit_counter
mod_vvisit_counterToday523
mod_vvisit_counterYesterday65
mod_vvisit_counterThis week603
mod_vvisit_counterLast week175
mod_vvisit_counterThis month588
mod_vvisit_counterLast month773
mod_vvisit_counterAll days15275

We have: 104 guests online
Your IP: 3.141.4.3
Mozilla 5.0, 
Today: Jul 02, 2024

Yeroo Adduunyaa

Fayyadamtoota

We have 104 guests online

Archieved Content

PDF Print E-mail

Mul’ata

  • · Aanaa mirgi dimokiraasii fi namummaa itti mirkanaa’e, bulchiinsi gaariin itti lafa ga’e akkasumas iddowwan misoomaa hunda irratti guddini ariifachiisaa kan itti galmaa’ee fi uumata hiyyummaa seenaa godhatee uumame arguuf.

Ergama

  • · Dhaabbata dimokiraasii fi bulchiinsa gaarii jajjabeessuun, hordofuun, deggarsa inispeekshinii hojiirra oolchuu fi dhaabbilee mootummaa, waldaalee siivikii, hawaasummaa fi hoggantoota hunda tajaajila gargaarsaa kennuuf.

 

Son awwanii fi Qajeelfamoota hojii

  • Hoj-maata haala hojii hojjettoota waajirichaa fi hawaasichaaf hirmaannaa dimokiraatawaa ta’e hordofna.
  • Gaaffiilee abbootii dhimmaa keenya naamusaa fi tasgabbiin dhaggeeffanna. Yeroodhaan deebii ta’uu qabus ni deebisna.
  • Kaka’umsaa fi sochiin namoota dhuunfaa akka jabaatu ciminee hojjenna.
  • Karaa hundaan bulchiinsa gahumsa qabu uumuuf hojjenna.
  • Jaalala hawaasichaaf qabnu hojii keenyaan mirkaneessina.
  • Ol-aantummaa heeraa ni kabajna.\Qajeelfama wal-qixxummaa saalaa irratti hundaa’e hordofna.
 
free pokerfree poker

Fakkiiwwan Tarree

LOADING
Photo Title 1Photo Title 2Photo Title 3Photo Title 4Photo Title 5
JT-SlideShow-Footer

Waa'ee Fuula Keenyaa

About Our delivery
 

Artumafursi Copyright© 2009 All Rights Reserved.

Designed by Artumafursi Woreda ICT Core Process